®★★★\\★★★\\★★★\\Allaahuyaa rabbii khoo mootiiSumaaqqabaa hum aaf dandeytiiHawaasa khoo dhiiraaf dubartiiNaaf gammachiisi hunda saatiiYaa rabbiikhoo sumaatu mootiiOl taate waahundaa olittiiSiin gayannaan hundumti siitiiJabduun feetees numa laaffattiiAniis siin khadha rabbii khootiiHawaasni khoo kheysaaf alattiiDiin guddisuuf gurmaawaniitiiSochiin saanii baayyee urgooytiiNaaf gammachiisi hunda saatii((2))★★★|||| ★★★||★★★Guyyaarraa waangaarii dhageenyaaWalgurmeyse ummanni kheenyaaBiyya anbaa namuu nibeynaaRakkisaadhaa haalli jireenyaaHaa kaayyannuu ja,an qabeenyaaBaankii aakhiiraa hundi kheenyaaXixiqqaattuus horii niqabnaaJachuudhaan eegalan walittiiNaaf gammachiisi hunda saatii((2))★★★\\★★★\\★★★\\Anuu hawwee hawwe akkaaniiYoon dhagayuu hojii isaaniiHarargeedhaa dhaloonnisaniiAsumarraa yaa,an hundiniiBiyya anbaatti walgayaniiDhiiraaf dhalaa osoon je,iniiKunoo kanaa karoorri saaniiMasjiida jaaruuf makkalattiiNaaf gammachiisi junda saatii((2))®★★★\\★★★\\★★★\\Gurmaawan whatsapp irrattiiKana kunoo maqaansaaniitiiGaree masjiida makkalaatiiHirmaachuu feenaan asirrattiiHirmaadhu khaa seeni khoottuutiiSi milkeeysaa rabbiin kankeetiiOlkaayyadhuu qabeenya kheetiiSifayyadaa guyyaa boruutiiKoo jjaarradhuu iddoo amantiiBor jannataa badhaasni kheetiiNaaf gammachiisi hunda saatii((2))®★★★\\★★★\\★★★\\Arraan tana yoo olkaayyattanJannatattii mana jaarrata I tanNuuf dubbatee ergamaan rahmaanNamni manaa jaare jachuudhaanManni sanuu tahee bbolewwanMana khaaliqatti gabbaranWay waa milkooytee gaafas atiiNaaf gammachiisi hunda saatii((2))@ifaaislaamaa@nashiidaa_tube@ustaazgmch@oduu_afaan_oromoo